Listen to this chapter • 1:08
[1] Yaa Waaqayyo, godoo kee keessa eenyutu buufata ree” Tulluu kee isa qulqullaa'aa irras eenyutu jiraata ree”
[2] Nama balleessaa malee jiraatu, nama wanta qajeelaa hojjetu, nama garaa isaatiin dhugaa dubbatu,
[3] nama arraba qaratee asii fi achi hin labne, nama nama irratti hamaa hin hojjenne, nama ollaa isaa hin ceephaane;
[4] namni Waaqayyoon gatee gatamee ija isaatti tuffatamaa ta'ee kan ilaalamu; warra Waaqayyoon sodaataniif immoo ulfina kan kennu, wanti inni wareege kan isa miidhu yoo ta'e iyyuu, wareega isaa utuu hin geddarin kan raawwatu;
[5] horii isaa hiiqiitti kan hin kennine, nama yakka hin qabne irratti gabbarsuu kan hin fudhanne; kana hundumaatti namni of eeggachaa hojjetu, yoom iyyuu hin socho'u.
Macaafota Faarfannaa — Chapters
11:0421:3931:1141:3752:1661:3472:4381:4093:25103:30111:20121:40131:06141:25151:08161:51172:34188:13192:50201:41212:06224:55231:04241:42253:02261:44272:52281:56291:50302:16314:15322:00333:00343:03354:36362:01375:50383:13392:39403:40412:05422:23431:13443:43453:10462:00471:36482:23493:26503:29513:07521:48531:37541:19553:55562:20572:21582:19593:27602:48611:20622:31631:45641:43652:37663:07671:14686:28695:34701:10714:02723:29734:08743:50751:52762:05773:157810:39792:26803:01812:38821:18832:45842:11851:52862:56871:14882:56897:09902:45912:18922:11931:05943:08951:45962:18971:52981:38991:461000:581011:341023:511033:071045:211055:541066:541075:511082:261094:131101:161111:391121:371131:171141:071152:171162:271170:281183:4111921:211200:591211:051221:171230:561241:081251:031261:111271:101281:021291:151301:161310:501322:541330:481340:371352:591363:271371:301381:411393:401402:211411:591421:361432:101442:501453:161461:501472:571482:141491:321501:11