Skip to content
Opens in a new window
Listen to this chapter • 0:28

[1] Namoonni lafa irraa hundinuu Waaqayyoon jajadhaa! Sabni hundinuu isa faarfadhaa!

[2] Gaarummaan inni nuuf qabu guddaa jabaa dha, amanamummaan isaas bara baraan in jiraata. Waaqayyoon jajadhaa!

Macaafota Faarfannaa — Chapters