Skip to content
Opens in a new window
Listen to this chapter • 1:04

[1] Ahashweros mootichi lafa mootummaan isaa ga'u hundumaatti warri biyya keessaa fi biyya galaana gidduu keessa jiraatan gibira akka isaaf baasaniif in giddisiise.

[2] Wanti inni aboo isaatii fi aangoo isaatiin hojjete hundinuu, akki mootichi ittiin Mordekaayin nama beekamaa godhes macaafa seenaa mootota Medoonii fi Faares keessatti caafameera mitii ree”

[3] Mordekaayi Yihudichi itti aanaa Ahashweros mootichaa ture; inni guddina qomoo isaa waan barbaaduuf, sanyii isaatiifis nagaa waan dubbatuuf, obboloota isaa Yihudoota baay'ee gidduutti nama beekamaadhaa fi jaallatamaa ture.

Macaafa Asteer — Chapters