28 September 2026
You are already inside the system | How Australia Works - Durumaan sirnicha keessa jirtu/Akka itti jireenya Australia
SBS Afaan Oromoo
About
How do Australia’s governments, laws and public services affect your everyday life? Through real stories, this introduction to the series shows you where to start when you need information and support, and how to question a decision. - Akkamitii Mootummoonni, seerrii fi tajaajilli mootummaa Australia jireenya kee guyya guyyaan wal hidhata? Karaa seenaa dhugaa, seensa mata duree wal duraa duubaan dhihaatu kun yeroo odeeffatnoo fi deggersa barbaaddu eessaa akka jalqabdu akkasumas murtoo tokko tokko akka itti gaaffii keessa galchitu sitti agarsiisa.
How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help you understand how government work in Australia, how laws are made and changed, and how you can have a say. Listen to the series and find shorter versions in 60 languages on the How Australia Works main page. - Akka itti jireenya Australia kan jedhu poodkastii SBS, seenaa dhugaa fi ibsa ifaa fayyadamee Australia keessatti akkaataa itti mootummaan hojjetu hubachuuf isin gargaara, akkasumas akkamitti akka seerri bahu fi jijjiiramu, isinis keessatti yaada akkamitti akka kennattan hubachuuf isin gargaara. Qophiilee wal duraa duubaan afaanota 60n qophaawan fuula isa jalqabaa Akka itti jireenya Australia ( How Australia Works main page) irraa dhaggeeffadhaa.