Skip to content
zeno
Create a Station
Explore
Podcasts
Audiobooks
Bible
By Genre
By Location
By Language
Religious
Music
News
Download App
Opens in a new window
Toggle Sidebar
zeno
SBS
SBS Afaan Oromoo
Daily News
Oromo
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
Website
Episodes
Episodes
273
30 September 2026
Abbaa Malkaa Daanyee Dafarshaa fi Aadde Boontuu Becheree- Irreecha 2026
Irreechi bara 2026 Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre hirmaattota hedduun kabajamee oole. Abbaan Malkaa Daanyee Dafarshaa, haala miidhagaa fi kan duraa irra toleen kabajame jedhu. Aadde Boontuu Becheres Irreechi humna fi eenyummaa keenya jechuu nuu himte. guutummaa qophii kanaa akka caqastan isin afeerra.
9 min
30 September 2026
#118 Losing a job (Med) - #118 Hojii irraa hari'amuu(Med) SBS Learn English
Learn English for talking about losing your job. Practise ways to explain workplace changes and sympathetic responses to someone who has had bad news. - Waa'ee hojii irraa hari'amuu dubbachuu jechoota afaan Inglishii barattu. Waa'ee jijjiirama bakka hojii akkasumas nama hojii keessaa bahe tokko bifa namaa gadduutiin jajjabeessuuf jechoota akkama akka fayyadamtan baradhaa.Keep practising the...
12 min
28 September 2026
Who really runs Australia, and where you fit in | How Australia Works - Dhuguma Australia eenyutu gaggeessa/Akkaataa itti jireenya Australia
Do you know who can help you with a business permit, a rental problem or family support? Through the stories of Fedele, Carol and Abeer, learn how Australia’s three levels of government work. Find out what local, state or territory, and federal governments are responsible for and where to turn for help. - Hayyama daldalaa, rakkoo kiraa manaa ykn deeggarsa maatii eenyu akka si gargaaruu danda’u...
8 min
28 September 2026
You are already inside the system | How Australia Works - Durumaan sirnicha keessa jirtu/Akka itti jireenya Australia
How do Australia’s governments, laws and public services affect your everyday life? Through real stories, this introduction to the series shows you where to start when you need information and support, and how to question a decision. - Akkamitii Mootummoonni, seerrii fi tajaajilli mootummaa Australia jireenya kee guyya guyyaan wal hidhata? Karaa seenaa dhugaa, seensa mata duree wal duraa duubaan...
4 min
23 September 2026
Bonus Practice: #117 Borrowing books at the library (Med) - Shaakala dabalataa: #117 Kitaaba ergifachuu (Med)- SBS Learn English
Practise speaking the dialogue from episode #117 Borrowing books at the library (Med). - Qophii #117 kana irraa waliin dubbatnaa shaakalaa. Mana kitaabaatii kitaaba ergifachuu yeroo deemtan afaan fayyadamtan irraa barattu.Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
4 min
23 September 2026
What are Indigenous Protected Areas in Australia? - Australia keessatti “Indigenous Protected Areas” jechuun maal?- Australia Explained
National parks, nature reserves, marine sanctuaries and Indigenous Protected Areas protect different environments and operate under different rules. What makes an Indigenous Protected Area different, and how can you find out whether you are welcome to visit? - Oolmaan ummataa ykn Paarkiin biyyaalessaa, kuusawwan uumamaa, bakkewwan galaanaa fi bakkoota Eegamoo Abbootii Dachee(Indigenous Protected...
9 min
16 September 2026
#117 Borrowing books at the library (Med) - #117 Mana kitaabaa irraa kitaaba ergifachuu(Med)- Learn English
Learn English useful for visiting a library. Practise everyday phrases for returning borrowed items, asking about late fees and due dates, renewing items, reserving titles, and using the library catalogue. - Mana kitaabaa deemtee kitaaba ergifachuuf , jechoota afaan Inglishii fayyadoo tahan baradhu. Kitaaba ergifachuu fi deebisuuf, yoo of harka tursite hagama akka si kafalchiisaan, guyyaa itti...
15 min
16 September 2026
Travelling safely in rural and remote Australia - Baadiyaa fi lafa fagoo Australia keessa nageenyaan imaluu - Australia Explained
Australia is a vast and diverse country to explore, but driving in rural and remote areas can involve conditions you may not encounter in cities. Knowing what to expect and how to prepare can help you travel more safely and confidently. - Biyya Australia guddoo fi aada daneettii biyyaa isin ilaaluu qabdani dha garuu gara baadiyaa fi naannawa fagoo yeroo ooftan haallan magaalaa keessatti hin...
13 min
10 September 2026
Artist Ilfinesh Qannoo mallattoo Tokkummaa turte- obo Baarentoo Gadaa - Farewell
Keessummaan qophii keenya har'aa obbo Baarentoo Gadaa ti. aaf-gaafii waliin taasifne caqasuun qophii keenya torban torbaniin dabrus faana bu'uu hin dagatinaa. Artistii fi Falmattuun mirga namoomaa aadde Ilfinesh Qannoo addunyaa kana irraa du'aan boqotte. Artis Ilfinesh, nama ijoollee dubaraa lama qabdu fi haala tasgabbaa'insa biyya keessaa dhabamuu irraa kan ka'e yeroo dheeraaf biyya Norway...
8 min
10 September 2026
How can my child learn about Indigenous Australia? - Ijoolleen koo waa'ee Abbootii Dachee Australia akkamiin barachuu danda'u - AE
Supporting your child’s connection with the world’s oldest continuing living culture is one of the greatest gifts you can offer them while raising them in Australia. But if you’re new to the country, you may be unsure where to begin. Here are some starting points and ideas to help you and your child learn about Aboriginal and Torres Strait Islander peoples, cultures and history. - Walitti...
6 min