The Aboriginal flag: History, meaning and recognition - Alaabaa Aboriginal: Seenaa, hiikkaa fi beekamtii- Australia Explained
11 June 2026

The Aboriginal flag: History, meaning and recognition - Alaabaa Aboriginal: Seenaa, hiikkaa fi beekamtii- Australia Explained

SBS Afaan Oromoo

About
At school, work, council offices or sporting events, you might see a red, black and yellow flag flying beside the Australian national flag. This is the Aboriginal flag, representing the Aboriginal people of Australia and their connection to land, community and stories. - Mana barmootaa, bakka hojii, waajjira gumii naannoo ykn bakka sportiitti alaabaan diimaa, gurraachaa fi keelloo alaabaa Australia cinatti balali'uu argitanii taha. Kun alaabaa Aboriginal ti. Uummata Aboriginal Australia fi walitti dhufeenya isaan lafa, hawaasaa fi seenaa waliin qaban bakka bu’a.