How to buy Indigenous art and craft ethically in Australia - Akkaataa aartii fi hojii harkaa Abbootii Dachee Australia keessatti naamusaan bitannu- Australia Explained
15 April 2026

How to buy Indigenous art and craft ethically in Australia - Akkaataa aartii fi hojii harkaa Abbootii Dachee Australia keessatti naamusaan bitannu- Australia Explained

SBS Afaan Oromoo

About
Buying Aboriginal and Torres Strait Islander art can be meaningful, but how do you know if it's real and ethical? Fake art is still a problem in Australia, and protections are still developing. This guide helps you understand what to look for, what questions to ask, and where to buy safely. By choosing carefully, you can support First Nations artists and their communities. - Aartii Aboriginal fi Torres Strait Islander bitachuun hiika of danda'e qabaataa, garuu dhugaa fi naamusa qabeessa tahuu akkamitti beekta? Aartiin fakkeeffamee hojjetamu amma illee Australia keessatti rakkina tahee jira, akkasumas tiki barbaachisu amma illee irratti hojjetamaa jira. Qajeelfamni kun maal akka barbaaddu, gaaffii akkam akka gaafattuu fi eessaa akka nagahoomaan bitattu hubachuuf si gargaara. Of eeggannoodhaan filachuudhaan, artistoota Saboota Duraa fi hawaasa isaanii tumsuun ni danda’ama.