02 September 2026
Birth and pregnancy care options in Australia - Da'umsaa fi ulfa ilaalchisee filannowwan Australia keessa jiran- Australia Explained
SBS Afaan Oromoo
About
If you're first-time parents in Australia, choosing where and how to give birth can feel overwhelming. Whether you go through the public or private health system, it is important to understand your options and know where to reach out for advice to make the right decision for you and your baby. - Australia keessatti reef jalqabaaf daa'ima godhachuuf tahe, eessatti akka deessuu fi akkamtitti akka deessu filachuun xiqqoo rakkisaa tahuu mala. Kan yoo mana yaalaa mootummaa ykn kan dhuunfaatti da'uu barbaadduu filannowwan jiran beekuun kee baayyee barbaachisaa dha. Akkasumas ofii kee fi daaíma keef murtii qajeelaa fudhachuuf eessaa akka gorsa argattu illee beekuun kee dansa.