
25 February 2026
Aadde Silva Nazaretian- Leenjiin dargaggootaa faayidaa hawaasaaf(Youth Digital Mentor)
SBS Afaan Oromoo
About
Keessummaan keenya har’aa adde Silva Nazaretian Dirkteera Enliven -dhaabbata tajaajilli hundumaaf jedhu ti. Silva Wagga 15 oliif nama ogummaa dietian(dhimma nyaata nagoomaa) ilaallatu irra hojjette, qorannoo adda aaddaa irrattis hirmaatte, ummattoota duubbee aada danuu irraa tahan waliin hojjechuutti muuxannoo dheeraa qabdi. Namoota beekumsaan hidhachiisuu irratti jabeessitee nama hojjettu. Namni waa tokko dhagahee, baratee, hubatee murtii ofii akka fudhatu waa’ee fayyaa irratti ni barsiifti, ni qajeelchiti, fayyaa ummataa yeroo jedhamu fedhii ishee guutuun irratti hojjetti.