Opens in a new window
halaal radio
halaal radio

halaal radio

Tamsaasa kallattii afaan oromootiin sa'aa 24/7 kan tamsa'u halaal radion haala gaariidhaan studio tokko malee dabarsaa jira kanaaf hawaasni keenya waan dandeeysaniin tumsitanii studio akka itti gootan isin gaafanna

Media keessan 'halaal radio' Gargaaruudhaaf

Lakkoofsa herregaa kanneeniin deeggarsa erguu dandeessu

Baankii Daldala ethiopia

1000727594918

Baankii Hojii gamtaa oromiyaa

1008500454649

Baankii Awaash

014251031845900

Baankii Raammis

1010029594301

Baankii Daashin

2943610557711

Master card

5280434423033621

Teelebirr

+251910707805

M-pesa

+251716690005

Maqaan abbaa herregaa

Gemechu Mohammed beker

Yaada dabalataatiif

Lakkoofsa bilbilaa :+251910707805

Lakkoofsa whatsApp:+251716690005

Tamsaasa kallattiidhaatiin halaal radio dhaggeeyfachuudhaaf linkii asii gadii kana cuqqaasaa

https://stream.zeno.fm/rqx24qj7offvv

Studio halaal radio magaalaa adaamaarraa

Download App

QR code to download the app

Donations

Oduu gammachiisaa Halaal median tamsaasa kallattii gama radio internetaatiin eegalee jiraa tamsaasa kallattii halaal radio station dhaggeeyfachuuf linkii asii gadii tana gadi qabuu qofaan dhaggeeyfadhaa https://zeno.fm/radio/halaal-radio-f46x/ Gama appilkeeshiniidhaatiin hordofuuf linkii asii gadii kana xuquudhaan appilcatin halaal media Buufadhaa https://www.appcreator24.com/app2897380-0431rm Yeroo tattaaffii jabaa booda sadarkaa kanarra halaal median gahuu agarru gammachuu guddaatu nutti dhagayama

Announcement

November 19, 2025

https://stream.zeno.fm/rqx24qj7offvv.pls

Halaalradio