zeno
Create a Station
Explore
Religious
Music
News
Podcasts
Bible
By Genre
By Location
By Language
Download App
Toggle Sidebar
zeno
SBS
SBS Afaan Oromoo
Daily News
Oromo
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
Website
Episodes
208
25 February 2026
Aadde Silva Nazaretian- Leenjiin dargaggootaa faayidaa hawaasaaf(Youth Digital Mentor)
Keessummaan keenya har’aa adde Silva Nazaretian Dirkteera Enliven -dhaabbata tajaajilli hundumaaf jedhu ti. Silva Wagga 15 oliif nama ogummaa dietian(dhimma nyaata nagoomaa) ilaallatu irra hojjette, qorannoo adda aaddaa irrattis hirmaatte, ummattoota duubbee aada danuu irraa tahan waliin hojjechuutti muuxannoo dheeraa qabdi. Namoota beekumsaan hidhachiisuu irratti jabeessitee nama hojjettu. Namni...
9 min
25 February 2026
Public transport in Australia: breaking down the basics - Geejjiba ummataa Australia keessaa : tokko tokkoon ilaalla- Australia Explained
Like in most countries, public transport in Australia is the cheapest way to get around. It includes trams, buses, trains and ferry services. And each state or territory has its own transport network. However, navigating Australia’s public transport system with ease requires knowing the basics around how it works and what to expect. - Akkuma biyyoota baayyee, geejibni ummataa Australia kan gatii...
13 min
18 February 2026
Tajaajila kennitootaa fi hawaasa keenya wal agarsiisuu ture kaayyoon qophii keenyaa jedhu obbo Nasir Kaliil
Sanbata duraa dabre qophii odeeffatnoo hawaasaa qopheessaa jiran irratti laallee argatneen qopheessitoota qophichaa kan tahan keessummoota lama dubbisuun keenya ni yaadatama. Isaanis Obbo A/Salaam Alii fi Obbo Tafaayee Dafaa turan. Barbaachisummaa qophii kanaaf akkamitti akka deemuuf jedhu fi kkf bal'inaan ture kan ibsan. Har'a Obbo Naasir Kaliili itti baha qophii kanaa gaafatne ibsan.
12 min
18 February 2026
How to recover from bushfires - Ibidda bosonaa irraa akkamiin dandamattan - Australia Explained
Australia’s hot, dry climate and unique landscapes make it one of the most bushfire-prone countries in the world. As climate change drives higher temperatures and drier conditions, we can expect more frequent and more intense bushfires in the future. But once the fire is out, how do you return home safely, find support, and look after yourself? - Australia qilleensa ho’aa, gogaa fi teessuma lafaa...
13 min
11 February 2026
Odeeffatnoo hawaasaaf barbaachisu qopheessaa jirra- ob. Tasfaayee Dafaa fi ob.A/Salaami Ali
Konferensii Odeeffantoo hawaasaa qopheessaa jirra kan jedhan qopheessitoota qophii kanaa namoota Lama dubbifne. Isaanis obbo Tasfaayee Dafaa fi Obbo A/Salaam Ali ti. Sanbatta duraa fuula keenya dura jiru, odeeffannoo hawaasa keenyaaf kan kennan qaamota tajaajila mootummaa tahan kanneen akka Service Victoria(dhimma Centrlink) waliin wal qabate akkasumas tajaajila adda addaa irraa kanneen argaman...
22 min
11 February 2026
Your first steps to engaging with Indigenous Australians - Tarkaanfii kee jalqabaa Abootii Dachee Australia waliin waltti dhufeenya qabaachuu dha- Australia Explained
Connecting with Indigenous Australia can be daunting for a newcomer to the country. So, where do you start? We asked Yawuru woman Shannan Dodson, CEO of the Healing Foundation, about simple ways to engage with First Nations issues and people within your local community. - Abbootii Dachee Australia waliin hariiroo uummachuun namoota biyya kana haaraa dhufaniif rakkisaa tahuu ni mala. Kanaafuu...
10 min
04 February 2026
Gather and celebrate: Talking over a BBQ (Med) - Walitti kottaa walii ayyaaneffadhaa: BBQ waliinii(giddu gala afaanii)-Learn English
Learn how to describe cooking at a barbecue. - Bakka BBQ yeroo deemtan akkaataa nyaata itti bilcheeffattan irraa dubbadhaa. Waliin dubbatnaan bakka akkasii afaan fooyyeffachuuf nama gargaara.
13 min
04 February 2026
What actually happened on January 26? - Dhugumatti Amajjii 26 maaltu tahe? - Australia Explained
January 26 is one of the most debated dates in Australia’s history. Often described as the nation’s birthday, the day marks neither the formal founding of the colony nor the creation of the Commonwealth. Instead, it reflects a layered history shaped by colonisation, political decisions, and ongoing First Nations resistance. Understanding what actually happened on January 26 reveals why the date...
10 min
28 January 2026
Gaafatama keenya baanee dhalootatti dabarsina- Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa
Oromo week , Kubbaa miilaa, uttaalchoo, fi taphoota adda addaa kan of keessatti qabu ture jedhu Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa. Tapha fi qophii guyyaa shaniif turee irratti gargaarsii fi deggersi hawaasa keenyaa keessattuu harmooliin dadhabbii tokkoon malee nu bira dhaabbatan, galata qabu jedhu Jamaal fi Amaan.
27 min
28 January 2026
How to cater for your dietary restrictions - Allergy nyaataa ilaalchisee waan gochuu qabdan- Australia Explained
Australia is known as the allergy capital of the world. Our diverse population also means that we express our religious beliefs, ethics, health and personal choices through the food we eat. We called on some experts to help us navigate all the labelling, certifications and resources that can inform our food choices. - Austraaliyaan biyyatti gudditti Adduynaa irratti alarjiin beekamtu dha. Haguma...
13 min